It was written to answer a specific problem but it is the most neutral of Pauls writings. Romans is the most systematic and logical doctrinal book of the Apostle Paul. Kaniin ani boohu Laalte natti seeyxa, Garaan koo agabuu Ati quufte burrayxaa, Humna too cabsitee Na dhoorkite buxaa, Akkaan tasgabbooyne Suuta na qunxuuxxaa, Akka ilmoo bineensa Beeka na tuttuyxaa, Akka yataamaatti Hinniyyaan na riiyxa, Nagaya nan laattu Hoggayyuu na jeeqxa, Amma booda gahee Aniis dadhabadhee Summinin sin fixaa. Kalee ulaanulaa, Arra shilmiin taatee Bifa jijjirrattee Qaama koo weerartee, Coraa kiyya urtee, Natti kottonfattee, Humnan gad na dirte, Afaan mutaa saniin Gad seente qirqixxe, Dakatti gad fixxee, Gogaa gad dabarte Foonitti gad lixxee, Lafee na qurxite Dhuha tiyya xuuxxe, Aahh. Shamarree oromoo dargaggoo oromoo wal barbaanna qomoo kan kaabaa kan kibbaa itti fufe diddaa gabrummaan abidda dhaami maaf nadiddaa farra lammii kiyyaa jedha qeerroon biyyaa walabummaaf iyyaa nutis haa birmannu yaa shamarree biyyaa yoo kana raawwanne ishooooooooooo bagan naaf magartan isin ilmaan kiyyaa jettii ofiin boonti oromiyaa harmeen tiyyaa Qabsoo bilisummaf nutis gabnu fageessinee barree falmaaf haa dhaabannu nutis yaa shamarree oromiyaa aayyoon nuun haa boontu amaarree Nuti tokko taanee falmarra dhaabannee daandii bilisummaa WBO duuka buunee harqoota gabrummaa yoos of irraa fuunee harqoota gabrummaa akkasiin of irraa gadi buufneeeeeee Ishooooo bagan tae oromoo abbaa biyyaa isoon orma taee ulfudheetan iyyaa QEERROO OROMIYAA ISINAN JAALADHA ISINTU DAHOO KIYYAA AMMALLEE LALISAA SABOONTOTA BIYYAA Ulanula taatee, Kokkee too na seente, Qaama koo kessati Dhokattee, riphiftee, Dhiiga koo cunfattee, Yoo seentu qalattee, Hanga arbaa gesse Na kessat guddattee, Foon koo mieeyfatee, Keessa kiyya teeysaa Harata tolfattee, Maadhee bareffatte. Kitaaba Afaan Oromoo Upgrade Your Browser.
0 Comments
Leave a Reply. |
AuthorWrite something about yourself. No need to be fancy, just an overview. ArchivesCategories |